akaakuu aarti sagalee fi callisuu fayyadamuun / From Wikipedia, the free encyclopedia
Muuziqaan (ykn Walleen) akaakuu aartii kan sagalee irratti hundaa'eedha. Muuziqaan kan aadaa ykn ammayyaa tahuu dandaha. Muuziqaa ammayyaa kan baargamoo beekkaman hip hop, rap, reegee fi pop faadha.