Kolonii Jalaa Bahuu Afrikaa
1950-70 ofdandahuu koloniin Afrikaa humnoota lixa Awrooppaa jalaa / From Wikipedia, the free encyclopedia
Afrikaan kolonii jalaa ba'uun Waraana Addunyaa IItti aanee kan dhufe yoo ta'u kunis uummanni koloneeffame bilisummaaf waan dadammaqaanif fi humnoonni koloneeffattootaa bulchitoota isaani Afrikaa keessaa waan baasaniif ture.
Humnoonni Adunyaa lamaan kan jaarraa 20ffaa guutuu kolonii jalaa ba'uu Afrikaa kara ofiseelaa fi cimsanii deeggaraa turan Sooviyeet Yuuniyeenii fi Chaayinaa qofa ture — biyyoonni kaan yaadasaanii deeggarsa koloniyaalizimii cimaarraa ka'ee hanga deeggarsa waan duraan ta'eef garaa duubaa kennuutti garaagarummaa qaba.