Dadacha'insa goolbaa(Syncline)
From Wikipedia, the free encyclopedia
Ji’ooloojii caasaa keessatti, Dadacha'insa goolbaa(Syncline) dacha’insa baqaana gara gadittii golbaatee dha.Miilli (cinaachi) dacha’iinsa golbaa dhidhima(through) irraa fagaatee gadi liixaa deema.Humnoota dhiibbaatiin (compression force) kan uumamudha, Dadacha'insa goophaa(Anticline) ammoo faallaa Dadacha'insa goolbaa(Syncline) ti. [1] Dadacha'insa goolbaan akkaataa adda addaatiin dacha’uu gara gadiitti ( Dadacha'insa Dhooqaawaa (Synform) ), dadacha'insa goolbaa dhooqaa (jechuunis dhidhima) jedhamee waama, garuu dadacha'insi goolbaan gara oliitti akeekan yeroo babbaqannii garagalfamee fi dacha’e (Dadacha'insa goolbaa xillaa'atu) argamuu danda’u.