Agargoo
From Wikipedia, the free encyclopedia
Agargoon ykn shaqatni walitti qabama dhugaa, xiinannoo ykn odeeffannoo kaayyoo adda addaatiif walitti qabame, kuufamee fi xiinxalamu agarsiisa. Bifa lakkoofsa, barreeffama, fakkii, sagalee, sursagalee ykn bakka bu’iinsa lakqurxaawaa biroo kamiinuu ta’uu danda’a. Agargoon akkaataa idileetti murtee kennuu, xiinxaluu fi hubannoof hiika kan qabuu fi faayidaa kan qabu akka ta’uuf kan qindaa’ee fi caaseffama.Walumaagalatti, deetaan walitti qabama qubeewwan, jechoota, lakkoofsota, mallattoolee ykn fakkiiwwan (raw) mata duree murtaa’e tokkoon walqabataniidha. Fakkeenya kanaa: daataa hojjetaa (maqaa - lakkoofsa hojii - ogummaa - suuraa) tartiiba malee, fi bu’aan daataa kanaa erga adeemsifamee booda kan argamu jecha odeeffannoo jedhamudha.